-
1 Qorontos 7:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Isin gatiidhaan bitamtaniittu;+ garboota namootaa taʼuun keessan haa gaʼu.
-
-
Mulʼata 5:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Isaan akkana jedhanii faarfannaa haaraa faarfatan:+ “Maraa kitaabaa sana fudhachuu fi chaappaawwan isaa banuun siif ni mala; sababiin isaas, ati qalamteetta, dhiiga keetiinis gosa hundumaa keessaa, qooqa hundumaa keessaa, nama hundumaa keessaa, akkasumas saba hundumaa keessaa namoota Waaqayyoof bittee+
-