Maatewos 24:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Yeroo sanatti namoonni rakkinaaf dabarsanii isin kennu,+ isin ajjeesus;+ maqaa kootiin kan kaʼe saboota hundumaa biratti ni jibbamtu.+ Hojii Ergamootaa 9:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Saaʼol garuu barattoota Gooftaa rakkisuu fi isaan ajjeesuuf dhaadachaa+ gara luba ol aanaa dhaqe; 2 Qorontos 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa obbolootaa, rakkina koonyaa Eeshiyaa keessatti nu irra gaʼe akka beektan barbaanna.+ Lubbuudhaan hin oollu jennee hamma abdii kutannutti, rakkina guddaa humna keenyaa ol taʼe keessa turre.+
9 “Yeroo sanatti namoonni rakkinaaf dabarsanii isin kennu,+ isin ajjeesus;+ maqaa kootiin kan kaʼe saboota hundumaa biratti ni jibbamtu.+
8 Yaa obbolootaa, rakkina koonyaa Eeshiyaa keessatti nu irra gaʼe akka beektan barbaanna.+ Lubbuudhaan hin oollu jennee hamma abdii kutannutti, rakkina guddaa humna keenyaa ol taʼe keessa turre.+