LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 24:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Yeroo sanatti namoonni rakkinaaf dabarsanii isin kennu,+ isin ajjeesus;+ maqaa kootiin kan kaʼe saboota hundumaa biratti ni jibbamtu.+

  • Hojii Ergamootaa 8:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Saaʼolis Isxifaanos ajjeefamuu isaa irratti walii galee ture.+

      Guyyaa sanatti gumii Yerusaalem keessa jiru irratti ariʼatamni guddaan ni kaʼe; kanaafuu, ergamoota irraa kan hafe hundi isaanii naannoowwan Yihudaa fi Samaariyaa hundumaa keessa bittinnaaʼan.+

  • Hojii Ergamootaa 12:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yeroo sana Heroodis Mootichi miseensota gumii tokko tokko irratti ariʼatama geessisuu jalqabe.+ 2 Inni, Yaaqoob obboleessa Yohaannis+ goraadeedhaan ni ajjeese.+

  • Hojii Ergamootaa 26:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo baayʼee mana sagadaa hunda keessatti isaan adabuudhaan, amantii isaanii akka ganan dirqisiisuuf yaaleera; akka malee waanan isaanitti aareefis magaalota kan biroo keessatti illee ariʼatama isaan irra geessiseera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi