LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 20:20-23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Boodas haati manaa Zabdewos+ ilmaan ishii wajjin gara isaa dhuftee, isaaf sagaddee wanta tokko isa kadhatte.+ 21 Innis, “Maal barbaadde?” ishiidhaan jedhe. Ishiinis deebistee, “Ilmaan koo lamaan kun Mootummaa kee keessatti inni tokko karaa mirga kee, inni tokko immoo karaa bitaa kee akka taaʼan godhi”+ jette. 22 Yesuusis deebisee, “Isin wanta kadhattan hin beektan. Xoofoo* ani dhuguuf jedhu dhuguu+ ni dandeessuu?” jedhe. Isaanis, “Eeyyee, ni dandeenya” isaan jedhan. 23 Innis, “Xoofoo koo illee ni dhugdu;+ karaa mirga koo fi karaa bitaa koo taaʼuun garuu, warra Abbaan koo isaaniif qopheesseef kan kennamu dha malee wanta ani kennu miti”+ isaaniin jedhe.

  • Luqaas 11:49
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 49 Ogummaan Waaqayyoo kana ilaalchisee akkana kan jettu kanaafi: ‘Ani raajotaa fi ergamoota gara isaaniitti nan erga; isaanis isaan keessaa tokko tokko ni ajjeesu, kaan irra immoo ariʼatama geessisu;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi