LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 12:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Inni, Yaaqoob obboleessa Yohaannis+ goraadeedhaan ni ajjeese.+

  • Roomaa 8:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kanaafuu, nuti ijoollee yoo taane dhaaltota, jechuunis dhaaltota Waaqayyoo ti; haa taʼu malee, kan dhaallu Kiristoosii wajjini,+ isaa wajjin yoo dhiphanne+ isaa wajjin ulfina ni arganna.+

  • 2 Qorontos 1:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Isin akkuma dhiphina keenya irraa hirmaattan jajjabina keenya irraas akka hirmaattan+ waan beeknuuf, abdiin nuti isin irratti qabnu hin sochoʼu.

  • Mulʼata 1:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ani obboleessi keessan Yohaannis, duuka buutuu Yesuus taʼuudhaan+ isinii wajjin rakkina keessattii+ fi mootummicha+ keessatti kanan hirmaadhu, akkasumas jabaadhee kanan dhaabbadhu,+ waaʼee Waaqayyoo dubbachuu fi waaʼee Yesuus dhugaa baʼuu kootiin kan kaʼe odola Phaaximos jedhamtu keessan ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi