Maatewos 10:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Maqaa kootiin kan kaʼe nama hundumaa biratti ni jibbamtu;+ namni hanga dhumaatti jabaatee dhaabbatu garuu ni fayya.+ 2 Ximotewos 2:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 jabaannee dhaabbachuu keenya yoo itti fufne, isaa wajjin mootota taanee ni bulchina;+ yoo isa ganne, innis nu gana;+
22 Maqaa kootiin kan kaʼe nama hundumaa biratti ni jibbamtu;+ namni hanga dhumaatti jabaatee dhaabbatu garuu ni fayya.+
12 jabaannee dhaabbachuu keenya yoo itti fufne, isaa wajjin mootota taanee ni bulchina;+ yoo isa ganne, innis nu gana;+