-
Maatewos 10:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Nama namoota duratti na ganu kam iyyuu garuu, anis Abbaa koo isa samii duratti nan gana.+
-
-
Luqaas 12:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Namni namoota duratti na ganu kam iyyuu garuu, maleekota Waaqayyoo duratti ni ganama.+
-