LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 8:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Dhaloota ejjaa* fi cubbamaa taʼe kana keessatti nama anaa fi dubbii kootti qaanaʼu hundatti, Ilmi namaa ulfina Abbaa isaatiin maleekota qulqulluu wajjin yommuu dhufu+ innis isatti ni qaanaʼa.”+

  • Luqaas 9:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Nama anaa fi dubbii kootti qaanaʼu hundatti, Ilmi namaa ulfina isaa, ulfina Abbaa fi ulfina maleekota qulqulluutiin yommuu dhufu isatti ni qaanaʼa.+

  • 2 Ximotewos 2:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 jabaannee dhaabbachuu keenya yoo itti fufne, isaa wajjin mootota taanee ni bulchina;+ yoo isa ganne, innis nu gana;+

  • 1 Yohaannis 2:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ilma kan ganu kam iyyuu Abbaas hin qabu.+ Ilmatti akka amanu kan beeksisu+ kam iyyuu garuu Abbaas qaba.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi