Roomaa 10:9, 10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yesuus Gooftaa akka taʼe afaan keetiin ifatti yoo lallabde,+ akkasumas Waaqayyo duʼaa akka isa kaase garaa keetti yoo amante ni fayyita. 10 Sababiin isaas, namni garaa isaatti amanee qajeelaa taʼa, afaan isaatiinis ifatti lallabee fayya.+
9 Yesuus Gooftaa akka taʼe afaan keetiin ifatti yoo lallabde,+ akkasumas Waaqayyo duʼaa akka isa kaase garaa keetti yoo amante ni fayyita. 10 Sababiin isaas, namni garaa isaatti amanee qajeelaa taʼa, afaan isaatiinis ifatti lallabee fayya.+