LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Nama namoota duratti na ganu kam iyyuu garuu, anis Abbaa koo isa samii duratti nan gana.+

  • Luqaas 9:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Nama anaa fi dubbii kootti qaanaʼu hundatti, Ilmi namaa ulfina isaa, ulfina Abbaa fi ulfina maleekota qulqulluutiin yommuu dhufu isatti ni qaanaʼa.+

  • Luqaas 12:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Namni namoota duratti na ganu kam iyyuu garuu, maleekota Waaqayyoo duratti ni ganama.+

  • 2 Ximotewos 1:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Sababiin isaas, Waaqayyo hafuura humnaa,+ hafuura jaalalaa fi hafuura sammuu fayyaa malee hafuura sodaa nuuf hin kennine.+ 8 Kanaafuu, waaʼee Gooftaa keenyaa dhugaa baʼuuttis taʼe ana isa isaaf jedhee hidhamee jirutti hin qaanaʼin;+ kanaa mannaa, humna Waaqayyootti amanamuudhaan+ atis gama keetiin rakkina misiraachichaan kan kaʼe si irra gaʼu dandaʼi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi