Roomaa 8:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Sababiin isaas, isin hafuura garbummaa isa deebitanii akka sodaattan isin godhu hin fudhanne; kanaa mannaa, hafuura akka ilmaan isaatti guddifamuu isa nuti, “Aabbaa!”* jennee ittiin waammannu sana fudhattan.+ 1 Tasalonqee 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Akkuma beektan jalqaba Filiphisiyus keessatti rakkinnii fi salphinni nu irra gaʼee ture;+ taʼus utuma mormii guddaan nu irra gaʼuu* misiraachoo Waaqayyoo isiniif lallabuuf+ gargaarsa Waaqa keenyaatiin akkuma taʼetti ija jabina arganne.
15 Sababiin isaas, isin hafuura garbummaa isa deebitanii akka sodaattan isin godhu hin fudhanne; kanaa mannaa, hafuura akka ilmaan isaatti guddifamuu isa nuti, “Aabbaa!”* jennee ittiin waammannu sana fudhattan.+
2 Akkuma beektan jalqaba Filiphisiyus keessatti rakkinnii fi salphinni nu irra gaʼee ture;+ taʼus utuma mormii guddaan nu irra gaʼuu* misiraachoo Waaqayyoo isiniif lallabuuf+ gargaarsa Waaqa keenyaatiin akkuma taʼetti ija jabina arganne.