-
Galaatiyaa 4:4-6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Haa taʼu malee, yeroon murteeffame sun yommuu xumuramu, Waaqayyo Ilma isaa isa dubartii irraa dhalatee+ fi seera jala ture+ ni erge; 5 kana kan godhes, warra seera jala jiran bitee gadhiisisuufi;+ akka kanaan akka ilmaan isaatti nu guddisa.+
6 Egaa isin ilmaan waan taataniif, Waaqayyo hafuura Ilma isaa garaa keenya keessatti ergeera;+ hafuurri kunis, “Aabbaa!”*+ jedhee iyya.
-