Roomaa 8:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Sababiin isaas, isin hafuura garbummaa isa deebitanii akka sodaattan isin godhu hin fudhanne; kanaa mannaa, hafuura akka ilmaan isaatti guddifamuu isa nuti, “Aabbaa!”* jennee ittiin waammannu sana fudhattan.+
15 Sababiin isaas, isin hafuura garbummaa isa deebitanii akka sodaattan isin godhu hin fudhanne; kanaa mannaa, hafuura akka ilmaan isaatti guddifamuu isa nuti, “Aabbaa!”* jennee ittiin waammannu sana fudhattan.+