23 Kana qofa utuu hin taʼin, nuti warri firii jalqabaa taane, jechuunis warri hafuuricha argannes, ofii keenyaan keessa keenyatti aadaa+ yeroo furichaan foon keenya irraa hiikamnuu fi Waaqayyo akka ilmaan isaatti itti nu guddisu hawwii guddaadhaan eegganna.+