LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 8:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Sababiin isaas, rakkinni yeroo ammaatti nu irra gaʼu, ulfina isa nu irratti mulʼachuuf jiruu wajjin yommuu wal bira qabamu homaatti iyyuu hin lakkaaʼamu.+

  • 2 Ximotewos 2:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Dubbiin kun amanamaa dha: Nuti isaa wajjin yoo duune, isaa wajjin akka jiraannu beekamaa dha;+ 12 jabaannee dhaabbachuu keenya yoo itti fufne, isaa wajjin mootota taanee ni bulchina;+ yoo isa ganne, innis nu gana;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi