Yohaannis 9:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yihudoonni inni Kiristoos akka taʼe namni amanu kam iyyuu mana sagadaa keessaa akka ariʼamu walii galanii waan turaniif,+ warri isaa akkana kan jedhan isaaniin waan sodaataniif ture.+
22 Yihudoonni inni Kiristoos akka taʼe namni amanu kam iyyuu mana sagadaa keessaa akka ariʼamu walii galanii waan turaniif,+ warri isaa akkana kan jedhan isaaniin waan sodaataniif ture.+