Yohaannis 12:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Taʼus, bulchitoota keessaa illee hedduun isaanii isatti amananii turan;+ haa taʼu malee, Fariisonni mana sagadaa keessaa akka isaan hin ariineef+ waaʼee isaa ifatti hin dubbatan turan; Yohaannis 16:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Namoonni mana sagadaa keessaa isin ariʼu.+ Dhuguma iyyuu, saʼaatiin namni isin ajjeesu hundi+ Waaqayyoof tajaajila qulqulluu akka dhiheesse isatti dhagaʼamu ni dhufa.
42 Taʼus, bulchitoota keessaa illee hedduun isaanii isatti amananii turan;+ haa taʼu malee, Fariisonni mana sagadaa keessaa akka isaan hin ariineef+ waaʼee isaa ifatti hin dubbatan turan;
2 Namoonni mana sagadaa keessaa isin ariʼu.+ Dhuguma iyyuu, saʼaatiin namni isin ajjeesu hundi+ Waaqayyoof tajaajila qulqulluu akka dhiheesse isatti dhagaʼamu ni dhufa.