Luqaas 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kana malees inni garaa abbootii gara ijoolleetti,+ namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf hafuuraa fi humna Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema;+ kunis namoota Yihowaadhaaf* qopheessuufi.”+
17 Kana malees inni garaa abbootii gara ijoolleetti,+ namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf hafuuraa fi humna Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema;+ kunis namoota Yihowaadhaaf* qopheessuufi.”+