-
Maarqos 9:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Sana booda isaan, “Barsiisonni seeraa, Eeliyaas+ dursee dhufuu qaba kan jedhan maaliifi?”+ jedhanii isa gaafatan. 12 Innis akkana isaaniin jedhe: “Eeliyaas dursee dhufee waan hundumaa iddootti deebisa;+ garuu Ilmi namaa rakkinni hedduun irra gaʼuu+ fi tuffatamuu+ akka qabu kan barreeffame maaliifi?
-