LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Miilkiyaas 4:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Kunoo, ani guyyaan Yihowaa inni guddaanii fi sodaachisaan dhufuu isaa dura+ Eeliyaas raajicha+ gara keessanitti nan erga. 6 Innis ani dhufee lafa rukutuudhaan guutummaatti akka ishii hin balleessineef, garaa abbootii gara ilmaaniitti,+ garaa ilmaaniis gara abbootiitti ni deebisa.”

  • Maarqos 8:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yesuusii fi barattoonni isaa gara gandeen Qisaariyaa Filiphisiyus deemuu jalqaban; utuu deemaa jiraniis karaa irratti, “Namoonni eenyu anaan jedhu?”+ jedhee isaan gaafate. 28 Isaanis, “Yohaannis Cuuphaa,+ kaan garuu Eeliyaas,+ warri kaan immoo raajota keessaa tokko dha jedhu” isaan jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi