-
Maatewos 16:13-15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Yesuus yommuu gara naannoo Qisaariyaa Filiphisiyus dhufetti, “Namoonni Ilma namaatiin eenyu jedhu?”+ jedhee barattoota isaa gaafate. 14 Isaanis, “Warri tokko tokko Yohaannis Cuuphaa,+ kaan Eeliyaas,+ warri kaan immoo Ermiyaas yookiin raajota keessaa tokko dha jedhu” isaan jedhan. 15 Innis, “Isin hoo eenyu anaan jettu?” isaaniin jedhe.
-