Maatewos 14:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yeroo sana Heroodis bulchaan koonyaa,* waaʼee Yesuus dhagaʼee,+ 2 tajaajiltoota isaatiin, “Kun Yohaannis Cuuphaa dha. Inni duʼaa kaʼeera; dinqiiwwan kana hojjechaa kan jiru kanaafi”+ jedhe.
14 Yeroo sana Heroodis bulchaan koonyaa,* waaʼee Yesuus dhagaʼee,+ 2 tajaajiltoota isaatiin, “Kun Yohaannis Cuuphaa dha. Inni duʼaa kaʼeera; dinqiiwwan kana hojjechaa kan jiru kanaafi”+ jedhe.