-
Luqaas 9:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Heroodis* bulchaan koonyaa* waaʼee wantoota raawwatamaa jiran hundumaa ni dhagaʼe; namoonni tokko tokko Yohaannis duʼaa akka kaʼe dubbachaa waan turaniif akka malee burjaajaʼe;+ 8 warri kaan garuu, Eeliyaas akka mulʼate dubbatu; kaan immoo, raajota durii keessaa inni tokko akka kaʼe dubbatu turan.+
-