-
Maarqos 6:14-16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Yeroo kanatti maqaan Yesuus balʼinaan beekamee waan tureef, Heroodis Mootichi waaʼee kanaa ni dhagaʼe; namoonnis, “Yohaannis Cuuphaan duʼaa kaʼeera; dinqiiwwan kana hojjechaa kan jiru kanaafi”+ jedhu turan. 15 Warri kaan garuu, “Inni Eeliyaasi” jedhu turan. Kaan immoo, “Inni akkuma raajota bara durii ti”+ jedhu turan. 16 Heroodis garuu yommuu kana dhagaʼu, “Yohaannis isan mataa irraa kute sanatu duʼaa kaʼe” jedhe.
-