Maatewos 16:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Isaanis, “Warri tokko tokko Yohaannis Cuuphaa,+ kaan Eeliyaas,+ warri kaan immoo Ermiyaas yookiin raajota keessaa tokko dha jedhu” isaan jedhan. Maarqos 8:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Isaanis, “Yohaannis Cuuphaa,+ kaan garuu Eeliyaas,+ warri kaan immoo raajota keessaa tokko dha jedhu” isaan jedhan.
14 Isaanis, “Warri tokko tokko Yohaannis Cuuphaa,+ kaan Eeliyaas,+ warri kaan immoo Ermiyaas yookiin raajota keessaa tokko dha jedhu” isaan jedhan.
28 Isaanis, “Yohaannis Cuuphaa,+ kaan garuu Eeliyaas,+ warri kaan immoo raajota keessaa tokko dha jedhu” isaan jedhan.