LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 14:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yeroo sana Heroodis bulchaan koonyaa,* waaʼee Yesuus dhagaʼee,+ 2 tajaajiltoota isaatiin, “Kun Yohaannis Cuuphaa dha. Inni duʼaa kaʼeera; dinqiiwwan kana hojjechaa kan jiru kanaafi”+ jedhe.

  • Maarqos 6:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yeroo kanatti maqaan Yesuus balʼinaan beekamee waan tureef, Heroodis Mootichi waaʼee kanaa ni dhagaʼe; namoonnis, “Yohaannis Cuuphaan duʼaa kaʼeera; dinqiiwwan kana hojjechaa kan jiru kanaafi”+ jedhu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi