Hojii Ergamootaa 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “Yaa obbolootaa, waaʼee Yihudaa isa namoota Yesuusiin qaban dura buʼee dhufe sanaa+ wanti hafuurri qulqulluun karaa Daawit Kitaabota Qulqulluu keessatti raajiidhaan dubbate raawwatamuun+ isaa barbaachisaa dha. 2 Pheexiros 1:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Sababiin isaas, raajiin yoom iyyuu fedhii namaatiin hin dhufne;+ kanaa mannaa, namootatu ergaa Waaqayyo biraa dhufe hafuura qulqulluudhaan geggeeffamee* dubbate.+
16 “Yaa obbolootaa, waaʼee Yihudaa isa namoota Yesuusiin qaban dura buʼee dhufe sanaa+ wanti hafuurri qulqulluun karaa Daawit Kitaabota Qulqulluu keessatti raajiidhaan dubbate raawwatamuun+ isaa barbaachisaa dha.
21 Sababiin isaas, raajiin yoom iyyuu fedhii namaatiin hin dhufne;+ kanaa mannaa, namootatu ergaa Waaqayyo biraa dhufe hafuura qulqulluudhaan geggeeffamee* dubbate.+