Luqaas 22:47 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 47 Utuma inni kana dubbachaa jiruu, kunoo, namichi Yihudaa jedhamuu fi warra Kudha Lamaan keessaa tokko taʼe namoota hedduu fidee dhufe; achiis inni Yesuusiin dhungachuuf isatti siqe.+ Yohaannis 18:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kanaafuu, Yihudaan garee loltootaa fi eegdota mana qulqullummaa dura buutota lubootaa fi Fariisota biraa ergaman fidee dhufe; isaan guca, ibsaa fi meeshaa waraanaa qabatanii turan.+
47 Utuma inni kana dubbachaa jiruu, kunoo, namichi Yihudaa jedhamuu fi warra Kudha Lamaan keessaa tokko taʼe namoota hedduu fidee dhufe; achiis inni Yesuusiin dhungachuuf isatti siqe.+
3 Kanaafuu, Yihudaan garee loltootaa fi eegdota mana qulqullummaa dura buutota lubootaa fi Fariisota biraa ergaman fidee dhufe; isaan guca, ibsaa fi meeshaa waraanaa qabatanii turan.+