Maarqos 12:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Daawit hafuura qulqulluudhaan+ geggeeffamee akkana jedheera: ‘Yihowaan* Gooftaa kootiin, “Diinota kee miila kee jala hamman siif godhutti mirga koo taaʼi” jedheera.’+ 2 Ximotewos 3:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kitaabonni Qulqulluun hundi geggeessaa hafuura Waaqayyootiin kan barreeffaman+ yeroo taʼu, barsiisuuf,+ balleessaa hubachiisuuf, wanta hundumaa sirreessuuf, qajeelummaadhaan leenjisuuf* fayyadu;+
36 Daawit hafuura qulqulluudhaan+ geggeeffamee akkana jedheera: ‘Yihowaan* Gooftaa kootiin, “Diinota kee miila kee jala hamman siif godhutti mirga koo taaʼi” jedheera.’+
16 Kitaabonni Qulqulluun hundi geggeessaa hafuura Waaqayyootiin kan barreeffaman+ yeroo taʼu, barsiisuuf,+ balleessaa hubachiisuuf, wanta hundumaa sirreessuuf, qajeelummaadhaan leenjisuuf* fayyadu;+