Yohaannis 14:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Gargaaraan, jechuunis hafuurri qulqulluun inni Abbaan maqaa kootiin ergu sun garuu wanta hunda isin barsiisa; wantoota ani isinitti hime hundas isin yaadachiisa.+ 2 Pheexiros 1:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Sababiin isaas, raajiin yoom iyyuu fedhii namaatiin hin dhufne;+ kanaa mannaa, namootatu ergaa Waaqayyo biraa dhufe hafuura qulqulluudhaan geggeeffamee* dubbate.+
26 Gargaaraan, jechuunis hafuurri qulqulluun inni Abbaan maqaa kootiin ergu sun garuu wanta hunda isin barsiisa; wantoota ani isinitti hime hundas isin yaadachiisa.+
21 Sababiin isaas, raajiin yoom iyyuu fedhii namaatiin hin dhufne;+ kanaa mannaa, namootatu ergaa Waaqayyo biraa dhufe hafuura qulqulluudhaan geggeeffamee* dubbate.+