-
Luqaas 24:49Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
49 Ani wanta Abbaan koo waadaa gale isiniif nan erga. Isin garuu hanga humna gubbaadhaa dhufu uffattanitti+ magaalattii keessa turaa.”
-
-
1 Yohaannis 2:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Isin garuu dibanni hafuuraa isa irraa argattan+ isin keessa waan jiraatuuf, eenyu iyyuu isin barsiisuun isaa hin barbaachisu; kanaa mannaa, dibanni hafuuraa isa irraa argattan wantoota hundumaa isin barsiisa,+ inni dhugaa dha malee soba miti. Akkuma dibanni sun isin barsiisetti isaa wajjin tokkummaadhaan jiraadhaa.+
-