Yohaannis 16:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Taʼus, dhuguman isiniin jedha, ani kanan deemu faayidaa keessaniif jedheeni. Sababiin isaas, ani yoon deeme malee gargaaraan sun+ gara keessan hin dhufu; ani yoon deeme garuu, isa gara keessanitti nan erga.
7 Taʼus, dhuguman isiniin jedha, ani kanan deemu faayidaa keessaniif jedheeni. Sababiin isaas, ani yoon deeme malee gargaaraan sun+ gara keessan hin dhufu; ani yoon deeme garuu, isa gara keessanitti nan erga.