32 Waaqayyo, Yesuus kana duʼaa kaaseera; nuti hundi keenya kanaaf ragaa baatota dha.+ 33 Inni gara mirga Waaqayyootti waan ol kaafamee+ fi hafuura qulqulluu isa abdachiifame sana Abbaa biraa waan fudhateef,+ wanta isin argitanii fi dhageessan kana dhangalaase.