1 Yohaannis 5:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yesuus Kiristoos bishaanii fi dhiigaan dhufe; inni bishaanichaa wajjin qofa utuu hin taʼin,+ bishaanichaa fi dhiigichaa+ wajjin dhufe. Hafuurichi kana ragaa ni baʼa;+ sababiin isaas, hafuurichi dhugaa dha.
6 Yesuus Kiristoos bishaanii fi dhiigaan dhufe; inni bishaanichaa wajjin qofa utuu hin taʼin,+ bishaanichaa fi dhiigichaa+ wajjin dhufe. Hafuurichi kana ragaa ni baʼa;+ sababiin isaas, hafuurichi dhugaa dha.