Hojii Ergamootaa 20:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Ofii keessaniifis taʼe guutummaa tuuta hoolotaatiif xiyyeeffannaa kennaa;+ sababiin isaas, gumii Waaqayyoo isa inni dhiiga Ilma isaatiin bite+ tiksee taatanii akka eegdaniif,+ hafuurri qulqulluun ilaaltota ol aanaa godhee irratti isin muudeera.+ Efesoon 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Akka baayʼina gaarummaa isaa isa guddaatti, karaa dhiiga Ilma isaa+ furicha kaffaluu isaatiin bilisa baaneerra, eeyyee, cubbuun keenya nuuf dhiifameera.+ 1 Pheexiros 1:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Kanaa mannaa, bilisa kan baatan dhiiga Kiristoos+ isa gatii guddaa qabuun,+ jechuunis dhiiga hoolaa hirʼinaa fi mudaa hin qabneetiini.+
28 Ofii keessaniifis taʼe guutummaa tuuta hoolotaatiif xiyyeeffannaa kennaa;+ sababiin isaas, gumii Waaqayyoo isa inni dhiiga Ilma isaatiin bite+ tiksee taatanii akka eegdaniif,+ hafuurri qulqulluun ilaaltota ol aanaa godhee irratti isin muudeera.+
7 Akka baayʼina gaarummaa isaa isa guddaatti, karaa dhiiga Ilma isaa+ furicha kaffaluu isaatiin bilisa baaneerra, eeyyee, cubbuun keenya nuuf dhiifameera.+
19 Kanaa mannaa, bilisa kan baatan dhiiga Kiristoos+ isa gatii guddaa qabuun,+ jechuunis dhiiga hoolaa hirʼinaa fi mudaa hin qabneetiini.+