1 Qorontos 5:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Akkuma amma bukoo raacitii hin qabne taatan kana, bukoo haaraa akka taataniif raacitii moofaa of gidduudhaa baasaa. Sababiin isaas, hoolaan Faasikaa keenya Kiristoos+ aarsaa+ taʼeera.
7 Akkuma amma bukoo raacitii hin qabne taatan kana, bukoo haaraa akka taataniif raacitii moofaa of gidduudhaa baasaa. Sababiin isaas, hoolaan Faasikaa keenya Kiristoos+ aarsaa+ taʼeera.