1 Pheexiros 1:19, 20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Kanaa mannaa, bilisa kan baatan dhiiga Kiristoos+ isa gatii guddaa qabuun,+ jechuunis dhiiga hoolaa hirʼinaa fi mudaa hin qabneetiini.+ 20 Eeyyee, inni addunyaan hundeeffamuu isaa dura+ kan beekame taʼus, isiniif jecha baroota dhumaatti mulʼifame.+ Mulʼata 5:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 isaanis sagalee guddaadhaan, “Hoolichi inni qalame+ humna, badhaadhina, ogummaa, jabina, kabaja, ulfinaa fi eebba fudhachuun isaaf ni mala”+ jedhu turan.
19 Kanaa mannaa, bilisa kan baatan dhiiga Kiristoos+ isa gatii guddaa qabuun,+ jechuunis dhiiga hoolaa hirʼinaa fi mudaa hin qabneetiini.+ 20 Eeyyee, inni addunyaan hundeeffamuu isaa dura+ kan beekame taʼus, isiniif jecha baroota dhumaatti mulʼifame.+
12 isaanis sagalee guddaadhaan, “Hoolichi inni qalame+ humna, badhaadhina, ogummaa, jabina, kabaja, ulfinaa fi eebba fudhachuun isaaf ni mala”+ jedhu turan.