-
Baʼuu 12:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Hoolaan sun mudaa kan hin qabnee+ fi xobbaallaa waggaa tokkoo taʼuu qaba. Xobbaallaa hoolaa yookiin reʼee keessaa filachuu dandeessu.
-
-
Leewwota 22:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Fudhatama waan isiniif hin argamsiisneef, wanta mudaa qabu akkamii iyyuu hin dhiheessinaa.+
-