LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 8:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Kutaan Kitaabota Qulqulluu inni dubbisaa ture sun akkana jedha: “Inni akkuma hoolaatti qalmaaf ni geeffame; akkuma xobbaallaan hoolaa nama rifeensa irraa muru duratti calluma jettu, innis akkasuma afaan isaa hin saaqqanne.+

  • Hojii Ergamootaa 8:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Filiphoosis dubbachuu eegale; kutaa kitaaba kanaa irraa jalqabee misiraachoo waaʼee Yesuus ibsu isatti hime.

  • 1 Pheexiros 1:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Isin akkaataa jireenyaa keessan isa gatii hin qabne isa abbootiin keessan isinitti dabarsan* irraa bilisa kan baatan,*+ wantoota badaniin, jechuunis meetii yookiin warqiidhaan akka hin taane beektu. 19 Kanaa mannaa, bilisa kan baatan dhiiga Kiristoos+ isa gatii guddaa qabuun,+ jechuunis dhiiga hoolaa hirʼinaa fi mudaa hin qabneetiini.+

  • Mulʼata 5:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Teessoo sana gidduu, uumamawwan jiraatoo arfan sana gidduu fi jaarsolii sana gidduu+ hoolaan+ kan qalame+ fakkaatu tokko dhaabbatee nan arge; inni gaanfa torbaa fi ija torba qaba ture; ijawwan kun hafuurota Waaqayyoo warra gara guutummaa lafaatti ergaman torba+ argisiisu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi