LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 53:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Inni ni cunqurfame,+ miidhaan akka irra gaʼus ni heyyame,+

      Taʼus, afaan isaa hin saaqqanne.

      Inni akkuma hoolaatti qalmaaf ni geeffame;+

      Akkuma hoolaa goromtii warra rifeensa ishii muran duratti calluma jettuus ni taʼe;

      Afaan isaas hin saaqqanne.+

  • Yohaannis 1:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Guyyaa itti aanutti Yohaannis utuu Yesuus gara isaa dhufuu argee akkana jedhe: “Ilaa, Hoolicha+ Waaqayyoo isa cubbuu addunyaa+ balleessu!+

  • 1 Pheexiros 1:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kanaa mannaa, bilisa kan baatan dhiiga Kiristoos+ isa gatii guddaa qabuun,+ jechuunis dhiiga hoolaa hirʼinaa fi mudaa hin qabneetiini.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi