LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 27:12-14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yeroo dura buutonni lubootaa fi maanguddoonni isa himatanitti garuu deebii tokko illee hin kennine.+ 13 Yeroo kanatti Philaaxos, “Wanta meeqaan si irratti ragaa baʼaa akka jiran hin dhageessuu?” isaan jedhe. 14 Inni garuu wanta tokko illee waan isaaf hin deebisneef, bulchaan sun baayʼee dinqisiifate.

  • Hojii Ergamootaa 8:32, 33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Kutaan Kitaabota Qulqulluu inni dubbisaa ture sun akkana jedha: “Inni akkuma hoolaatti qalmaaf ni geeffame; akkuma xobbaallaan hoolaa nama rifeensa irraa muru duratti calluma jettu, innis akkasuma afaan isaa hin saaqqanne.+ 33 Yeroo salphinni isa irra gaʼetti, haqni jalaa fudhatame.+ Hidda dhalootaa isaa eenyutu tokko tokkoon dubbachuu dandaʼa? Sababiin isaas, jireenyi isaa lafa irraa balleeffameera.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi