LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 22:18-20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Akkana jedhii Aaronitti, ilmaan isaattii fi Israaʼelota hundumaatti dubbadhu: ‘Namni Israaʼel tokko yookiin namni biyya ormaa Israaʼel keessa jiraatu tokko wareega isaa raawwachuuf yookiin kennaa fedhiidhaan kennamu+ dhiheessuuf aarsaa gubamu Yihowaadhaaf yoo dhiheesse,+ 19 inni fudhatama argachuuf, horii isaa keessaa jibicha mudaa hin qabne,+ hoolota xobbaallaa yookiin reʼoota haa dhiheessu. 20 Fudhatama waan isiniif hin argamsiisneef, wanta mudaa qabu akkamii iyyuu hin dhiheessinaa.+

  • Keessa Deebii 17:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Qotiyyoo yookiin hoolaa mudaa yookiin rakkina akkamii iyyuu qabu Waaqa kee Yihowaadhaaf aarsaa gootee hin dhiheessin; sababiin isaas kun Waaqa kee Yihowaa duratti jibbisiisaa dha.+

  • 1 Pheexiros 1:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kanaa mannaa, bilisa kan baatan dhiiga Kiristoos+ isa gatii guddaa qabuun,+ jechuunis dhiiga hoolaa hirʼinaa fi mudaa hin qabneetiini.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi