- 
	                        
            
            Leewwota 22:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
20 Fudhatama waan isiniif hin argamsiisneef, wanta mudaa qabu akkamii iyyuu hin dhiheessinaa.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Keessa Deebii 15:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
21 Haa taʼu malee, horiin sun mudaa yoo qabaate, jechuunis yoo naafate, yoo jaame yookiin mudaa guddaa kan biraa akkamii iyyuu yoo qabaate Waaqa kee Yihowaadhaaf aarsaa gootee dhiheessuu hin qabdu.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Miilkiyaas 1:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 Horii jaamaa taʼe aarsaa gootanii yeroo dhiheessitan, “Rakkina tokko iyyuu hin qabu” jettu. Horii naafa yookiin dhukkubsataa taʼe yeroo dhiheessitanis, “Rakkina tokko iyyuu hin qabu” jettu.’”+
“Mee bulchaa keessaniif isaan dhiheessuuf yaalaa. Inni isinitti ni gammadaa? Yookiin gammachuudhaan isin ni simataa?” jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.
 
 -