LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 22:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Fudhatama waan isiniif hin argamsiisneef, wanta mudaa qabu akkamii iyyuu hin dhiheessinaa.+

  • Keessa Deebii 17:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Qotiyyoo yookiin hoolaa mudaa yookiin rakkina akkamii iyyuu qabu Waaqa kee Yihowaadhaaf aarsaa gootee hin dhiheessin; sababiin isaas kun Waaqa kee Yihowaa duratti jibbisiisaa dha.+

  • Miilkiyaas 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Horii jaamaa taʼe aarsaa gootanii yeroo dhiheessitan, “Rakkina tokko iyyuu hin qabu” jettu. Horii naafa yookiin dhukkubsataa taʼe yeroo dhiheessitanis, “Rakkina tokko iyyuu hin qabu” jettu.’”+

      “Mee bulchaa keessaniif isaan dhiheessuuf yaalaa. Inni isinitti ni gammadaa? Yookiin gammachuudhaan isin ni simataa?” jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

  • Ibroota 9:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 dhiigni Kiristoos+ isa hafuura bara baraatiin mudaa malee ofii isaa Waaqayyoof dhiheesse sanaa, Waaqa jiraataadhaaf tajaajila qulqulluu dhiheessuu akka dandeenyuuf+ qalbii keenya hojiiwwan duʼan irraa caalaatti hin qulqulleessuu ree?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi