LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 11:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Isaan keessaa inni Agaabos jedhamu+ kaʼee guutummaa lafaa irratti beelli guddaan buʼuuf akka jedhu hafuura qulqulluudhaan geggeeffamee raajii dubbate;+ kunis bara Qalaawudewositti raawwatame.

  • Hojii Ergamootaa 21:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Guyyoota hedduudhaaf erga achi turree booda garuu, raajiin Agaabos+ jedhamu tokko Yihudaadhaa gad buʼe. 11 Inni gara keenya dhufee, qabattoo Phaawulos fudhatee miilaa fi harka ofii hidhuudhaan, “Hafuurri qulqulluun akkana jedha: ‘Yihudoonni Yerusaalem keessa jiran abbaa qabattoo kanaa akkanatti ni hidhu;+ harka saboota kaaniittis dabarsanii isa kennu’” jedhe.+

  • 1 Ximotewos 4:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Haa taʼu malee, dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatame,* baroota boodaatti namoonni tokko tokko dubbiiwwan nama dogoggorsan warra geggeessaa hafuuraatiin dubbatamaniif,*+ akkasumas barumsa jinniiwwaniitiif xiyyeeffannaa kennuudhaan amantii keessaa akka baʼan ifatti dubbata;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi