-
2 Tasalonqee 2:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Haa taʼu malee yaa obbolootaa, argama Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosii+ fi gara isaatti walitti qabamuu keenya+ ilaalchisee, kana isin kadhanna: 2 Dubbii geggeessaa hafuuraatiin* dubbatameen+ yookiin ergaa afaaniin dubbatameen yookiin xalayaa kan nu biraa ergame fakkaatuun, guyyaan Yihowaa*+ gaʼeera jettanii daftanii yaada keessaniin hin raafaminaa yookiin hin naʼinaa.
-