Sefaaniyaa 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Guyyaan Yihowaa inni guddaan dhihaateera!+ Inni dhihoo dha, saffisa guddaadhaan dhihaachaa* jira!+ Sagaleen guyyaa Yihowaa sodaachisaa dha.+ Yeroo sanatti loltuun ni iyya.+ 2 Pheexiros 3:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Taʼus, guyyaan Yihowaa*+ akka hattuutti dhufa;+ yeroo sanatti samiiwwan sagalee guddaadhaan ni darbu,+ wantoonni samiiwwanii fi lafti ittiin hojjetamanis hoʼa cimaadhaan ni baqu, laftii fi hojiiwwan ishii irratti hojjetamanis ni saaxilamu.+
14 Guyyaan Yihowaa inni guddaan dhihaateera!+ Inni dhihoo dha, saffisa guddaadhaan dhihaachaa* jira!+ Sagaleen guyyaa Yihowaa sodaachisaa dha.+ Yeroo sanatti loltuun ni iyya.+
10 Taʼus, guyyaan Yihowaa*+ akka hattuutti dhufa;+ yeroo sanatti samiiwwan sagalee guddaadhaan ni darbu,+ wantoonni samiiwwanii fi lafti ittiin hojjetamanis hoʼa cimaadhaan ni baqu, laftii fi hojiiwwan ishii irratti hojjetamanis ni saaxilamu.+