Yooʼel 2:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Guyyaan Yihowaa inni guddaanii fi sodaachisaan dhufuu isaa dura,+Aduun ni dukkanoofti, addeessis gara dhiigaatti ni jijjiiramti.+ Sefaaniyaa 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Guyyaan Yihowaa inni guddaan dhihaateera!+ Inni dhihoo dha, saffisa guddaadhaan dhihaachaa* jira!+ Sagaleen guyyaa Yihowaa sodaachisaa dha.+ Yeroo sanatti loltuun ni iyya.+
31 Guyyaan Yihowaa inni guddaanii fi sodaachisaan dhufuu isaa dura,+Aduun ni dukkanoofti, addeessis gara dhiigaatti ni jijjiiramti.+
14 Guyyaan Yihowaa inni guddaan dhihaateera!+ Inni dhihoo dha, saffisa guddaadhaan dhihaachaa* jira!+ Sagaleen guyyaa Yihowaa sodaachisaa dha.+ Yeroo sanatti loltuun ni iyya.+