-
Isaayyaas 33:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Kunoo, gootonni isaanii daandii irratti ni iyyu;
Ergamtoonni nagaas hirqinfatanii ni booʼu.
-
-
Yooʼel 1:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Guyyichaan kan kaʼe isiniif wayyoo!
Guyyaan Yihowaa dhihaateera,+
Isa Hundumaa Dandaʼu biraa badiisni ni dhufa!
-