Yooʼel 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Xiyoon keessatti xurumbaa* afuufaa!+ Gaara koo isa qulqulluu irratti iyya waraanaa dhageessisaa. Guyyaan Yihowaa dhufaa waan jiruuf,+ guyyichi waan dhihaateef,Jiraattonni biyyattii* hundi haa hollatan!
2 “Xiyoon keessatti xurumbaa* afuufaa!+ Gaara koo isa qulqulluu irratti iyya waraanaa dhageessisaa. Guyyaan Yihowaa dhufaa waan jiruuf,+ guyyichi waan dhihaateef,Jiraattonni biyyattii* hundi haa hollatan!